Niwuukasil taphataa sarara cinaa Notingihaam Forest Antoonii Elaangaa fudhachuuf abbalaa jira. Arsenaal ammoo RB Leepzhing irraa taphataa sarara duraa Benjaamiin Seeskoo fudhachuuf hordoffii isaa itti ...
Arsenaal Ebereechee Eezee fudhachuuf, Liiverpuul ammoo Jiin-Filip Mateetaa mallatteessifachuuf Kiristaal Palaas waliin dubbachaa jiru. Maanchester Yunaayitid ammoo taphataa lammii Kaameruun Biriyan ...